[go: up one dir, main page]

Jump to content

Naannoo Amaaraa

Wikipedia irraa
(Amaara irra kan qajeele)
Amaaraa
Biyya: [[Itoophiyaa]]
Magaalaa Guddaa: Bahar Daar
Afaan Hojii: [[]]
Ballina: 180 196km²
Baayyina ummataa: 17 221 976 (2007)
Tuuta'insa ummataa: 110/km²

Naannoon Amaaraa naannoolee saglan biyya Itoophiyaa keessaa tokko ,qubsuma saba Amhara people (Amaaraa) yootaatu, dur naannoo 3 jedhamaa turte. Magaalaa guddoo ishii Baahir Daar jedhamti. Harri guddaan Itoophiyaa Hara Xaanaa), akkasumas, paarkiin Semein Mountain National Park fi gaarri olka'insa lafaan tokkoffaa Rash Dashen (Raash Daashin) achitti argama.

Qoqooddama Itoophiyaa Flag of Ethiopia
Naannoo
Affaar | Amaara | Benishaangul-Gumuz | Gaambeellaa | Hararii | Oromiyaa | Sumaalee | Naannoo Sabaa fi Sab-lammoota Ummattoota Kibbaa | Tigraay
Magaalota Of Bulchan
Finfinnee | Dirre Dhawaa
Kutaa Biyyaa Bara 1995 Dura
Arsii | Baale | Gamuu-Gofaa | Goojjam | Bageemidir | Harargee | Iluubabor | Kafaa | Shawaa | Sidaamoo | Tigraay | Wallagga | Wallo